Month: December 2020

Haqa: ‘Namoota manni murtii mirga wabii kabajeef poolisiin gadhiisuu dide

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Namoonni dhaabbilee siyaasaa ABO fi KFO keessatti socho’aniifi kan hokkora ajjeechaa Art. Hacaaluu Hundeessaan booda dhalatee walqabatee hidhaman gariin manni murtii mirgi wabii isaanii akka eegamuuf murteessuus poolisiin isaan gadhiisuu dhabe jechuun abukaatonni isaanii komatan. Mirgi Dr Huseen Kadirif seeraan kenname poolisiin sarbamaa jira jechuun abukaatoon isaanii Obbo Kadir Bulloo himaniiru. “Namni tokko sa’aa 48 …

Haqa: ‘Namoota manni murtii mirga wabii kabajeef poolisiin gadhiisuu dide Read More »

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO IrraaAmajjii 2021Miseensota ABOHogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa jirtaniifQeerroo Bilisummaa OromooUmmata Oromoo Bal’aaDeggertoota QBOFiroottan QBOfHunda dura baga bara haaraa 2021 nagaan geenye jechaa hawwii qabu maqaa hogganoota ABO, miseensota,hogganootaa fi miseensota ABO mana hidhaa jiraniin isinii dabarsa. Barri haaraan kun ummata Oromoof keessa isaatti bara nagaa fi …

Dhaamsa Bara Haaraa HD ABO Irraa Amajjii 2021 Read More »

Interview: Uncovering Crimes Committed In Ethiopia’s Tigray Region

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

By Laetitia Bader, Director, Horn of Africa, Dec 23, 2020 Laetitia Bader, Human Rights Watch’s Horn of Africa Director, recently returned from a research mission in Sudan to interview refugees who fled the fighting that broke out in Ethiopia’s Tigray region in early November 2020. For several weeks, federal government forces, the Ethiopian National Defense Forces (ENDF), and their …

Interview: Uncovering Crimes Committed In Ethiopia’s Tigray Region Read More »

Weellisaa Aadam Haruun; ‘Abdii Qopheen insaayikiloopidiyaa Afaan Oromoo ture’

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

6 Bitooteessa 2020 Weellisaa Aadam Haruun; ‘Abdii Qopheen insaayikiloopidiyaa Afaan Oromoo ture’ MADDA SUURAA, MAATII WEELLISAA ABDII QOPHEE Ibsa waa’ee suuraa,Weellisaa Abdii QopheeAbdii Qopheen weellisaa, waloo fi loltuu ABO qabsoo hidhannoof bosona seene ture. Bara tokko otoo lubbuun jiruu boolla itti awwaalamu akka qotatu dirqisiifamee beeka ture.Har’a Abdiin lubbuun hin jiru, waggaa 17’n dura du’aan …

Weellisaa Aadam Haruun; ‘Abdii Qopheen insaayikiloopidiyaa Afaan Oromoo ture’ Read More »

Miseensii SHGS ABO Shira Gartuu Maqaa SHGS-ABO’tiin Dalagamaa Jiru Balaaleeffatan.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

J/Jabeessaa Gabbisaa Miseensa Shanee Gumii-Gumii Sabaa ABO fi gaafatamaa Damee Dantaa Siyaasaa ABO, Jalqabarraa ka’ee waan Heera ABOtin ala maqaa “Koree Hoji-Raawwachiiftuu ABO” jedhuun deemaa ture, akka mormaa ture quba qabna. Qaboo yaa’ii maqaa “KHR” ABOtin boordii filannoo galee, gargachi nu gahe irrattis garaagarummaa qabu, gaafasuma ifatti qabsiifatee jira. Sanumaayyuu kan mallatteesse, qaboo-yaa’ii boordii filannootif …

Miseensii SHGS ABO Shira Gartuu Maqaa SHGS-ABO’tiin Dalagamaa Jiru Balaaleeffatan. Read More »