Miseensii SHGS ABO Shira Gartuu Maqaa SHGS-ABO’tiin Dalagamaa Jiru Balaaleeffatan.

SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •  

J/Jabeessaa Gabbisaa Miseensa Shanee Gumii-Gumii Sabaa ABO fi gaafatamaa Damee Dantaa Siyaasaa ABO, Jalqabarraa ka’ee waan Heera ABOtin ala maqaa “Koree Hoji-Raawwachiiftuu ABO” jedhuun deemaa ture, akka mormaa ture quba qabna. Qaboo yaa’ii maqaa “KHR” ABOtin boordii filannoo galee, gargachi nu gahe irrattis garaagarummaa qabu, gaafasuma ifatti qabsiifatee jira. Sanumaayyuu kan mallatteesse, qaboo-yaa’ii boordii filannootif …

Miseensii SHGS ABO Shira Gartuu Maqaa SHGS-ABO’tiin Dalagamaa Jiru Balaaleeffatan. Read More »


SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •