Weellisaa Aadam Haruun; ‘Abdii Qopheen insaayikiloopidiyaa Afaan Oromoo ture’

  •  
  •  
  •  
  •  

6 Bitooteessa 2020 Weellisaa Aadam Haruun; ‘Abdii Qopheen insaayikiloopidiyaa Afaan Oromoo ture’ MADDA SUURAA, MAATII WEELLISAA ABDII QOPHEE Ibsa waa’ee suuraa,Weellisaa Abdii QopheeAbdii Qopheen weellisaa, waloo fi loltuu ABO qabsoo hidhannoof bosona seene ture. Bara tokko otoo lubbuun jiruu boolla itti awwaalamu akka qotatu dirqisiifamee beeka ture.Har’a Abdiin lubbuun hin jiru, waggaa 17’n dura du’aan …

Weellisaa Aadam Haruun; ‘Abdii Qopheen insaayikiloopidiyaa Afaan Oromoo ture’ Read More »


  •  
  •  
  •  
  •