Haqa: ‘Namoota manni murtii mirga wabii kabajeef poolisiin gadhiisuu dide

SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •  

Namoonni dhaabbilee siyaasaa ABO fi KFO keessatti socho’aniifi kan hokkora ajjeechaa Art. Hacaaluu Hundeessaan booda dhalatee walqabatee hidhaman gariin manni murtii mirgi wabii isaanii akka eegamuuf murteessuus poolisiin isaan gadhiisuu dhabe jechuun abukaatonni isaanii komatan. Mirgi Dr Huseen Kadirif seeraan kenname poolisiin sarbamaa jira jechuun abukaatoon isaanii Obbo Kadir Bulloo himaniiru. “Namni tokko sa’aa 48 …

Haqa: ‘Namoota manni murtii mirga wabii kabajeef poolisiin gadhiisuu dide Read More »


SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •