Naqamtee: Waraanni Mootummaa Xophiyaa Ummata Waaqeeffannaaf Walgahe Irratti Dhukaasuun 5 Ajjeesee Kaaniis Miidhaa irraan Gahee Jira.
Waraanni Mootummaa Gaafa 1/1/2021 Ummata Waaqeeffannaaf Walgahe irratti dhukaasuun Nama 5 Ajjeesuun 20 Caalaa madeeysuun Miidhaa irraan gahee jira. “Har’a barii tilmaamaan Naannoo sa’a 10 fi 11 gidduu Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti kan argamu Waldaa Araara Waaqayyoo jedhamu fuulduratti, miseensota waldichatti seenuuf hiriiranii jiranirratti dhukaasa Poolisiin Humna Addaa Oromiyaa baneen namoota 7 olitti tilmaaman irra miidhaan …