Day: January 5, 2021

Boordiin Filannoo dirqama seeraan isaaf kenname osoo hin bahatiin dhiibbaa hoji-raawwachiistotni boordichaa hojjetaa jiran dura ni dhaabbanna.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Posted on January 5, 2021 Ibsa Qeerroo Bilisummaa OromooAmajji 5/2021Boordiin Filannoo Biyyoolessa Itiyoophiyaa dirqama seeraan isaaf kenname dagachuun shira hojjettootni boordichaa jaarmiyaa saba Oromoo guddaa ABO irratti godhan ni mormina.Addi Bilisummaa Oromoo jaarmiyaa uummata Oromoo isa guddaa fi kabajamaa tahuu ummata Oromoo miti diinni ummata Oromoo ni beeka.Addi Bilusummaa Oromoo jaarmiyaa uummata Oromoof dhaabbatee ummatni Oromoos …

Boordiin Filannoo dirqama seeraan isaaf kenname osoo hin bahatiin dhiibbaa hoji-raawwachiistotni boordichaa hojjetaa jiran dura ni dhaabbanna. Read More »

Seeraaf heerri cabee hokkolaa wayiita jirutti murtii dogoggoraa

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Seeraaf heerri cabee hokkolaa wayiita jirutti murtii dogoggoraa Qalbeessaa Dhangi’aatiin Rakkoon guddaan dambali’ee dhangala’uun wayiita biyyattii impaayera Itoophiyaa liqimsee jiru keessatti argamna. Qaama Seeraaf Heera irraa tikfamuu male, maqaa jijjiiramaan biyyattii keessatti erga aangoo dhunfatee Seeraaf Heera of jala galchuudhaan akka barbaade godhaa jiru jala jirra. Wayiita olaantummaan seeraa qaamolee biyya bulchaa jirra ofiin jedhaniin …

Seeraaf heerri cabee hokkolaa wayiita jirutti murtii dogoggoraa Read More »

Shiirri Maqaa Boordii Filannootiin Dhimma ABO Keeysa Galuun Dalagamuuf Xaxame Gonkuma Fudhatama hin Qabu

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Shiirri Maqaa Boordii Filannootiin Dhimma ABO Keeysa Galuun Dalagamuuf Xaxame Gonkuma Fudhatama hin Qabu Tarii Bordiin Filannoo Yoo ABO Gargaaruuf tahe Rakkoo ABO Dhaabaa fii Ummata Oromoof dhiisee hujii isaa kan tahe Hogganoota ABO Badii tokko malee mana hidhaatti dararamaa jiran akka hiikaman godhuu qaba.   Yoo kun tahuu baate ammoo haala Rakkisaa Sadarkaa MGS …

Shiirri Maqaa Boordii Filannootiin Dhimma ABO Keeysa Galuun Dalagamuuf Xaxame Gonkuma Fudhatama hin Qabu Read More »