Rakkoo siyaasa biyyi keenya keessatti kufte furuufis ta’e, filannoo wayyabaafi diimokiraasii geggeessuuf waltajjii Siyaasaa ballissuun dirqama
Rakkoo siyaasa biyyi keenya keessatti kufte furuufis ta’e, filannoo wayyabaafi diimokiraasii geggeessuuf waltajjii Siyaasaa ballissuun dirqama jechuun KFO’n ibsa haala yeroo ilaalchisuun Amajji 9. 2021 baasee keessatti ibsee jira. Ibsa kana keessatti, Paartiin Koongirensii Federaalawaa Oromoo hundeeffama isaarraa eegaluun, ce’umsa diimokiraasii milkeessuuf akkasumas ammoo rakkoo siyaasaa furuudhaaf waliin dubbachuu, mariyaachuufi karaa nagaatiin socho’uutti kan amanu …