(ICG) – “Mariin biyyooleessaa furmaata rakkoo siyaasa Itoophiyaa ammaati!” Jedhe International Crisis Group.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

“Mariin biyyooleessaa furmaata rakkoo siyaasa Itoophiyaa ammaati!” Jedhe International Crisis Group Dhaabbanni guddaan “International Crisis Group” jedhamu guyyaa kaleessaa Amajji 19,2020 dhimma Itoophiyaa irratti barruu murteessaa fuulbarruu isaa irratti katabee jira. Dhaabbatichi rakkoo Itoophiyaan har’a keessa jirtu eereera. Rakkoolee biyyattii keessatti uumamaa jiran barruu sanaan kan ibse dhaabbatichi, dhimmi Itoophiyaa fala barbaaduu isaas hubachiisa. Itoophiyaan …

(ICG) – “Mariin biyyooleessaa furmaata rakkoo siyaasa Itoophiyaa ammaati!” Jedhe International Crisis Group. Read More »