Lola Tigiraay: US loltoonni Ertiraa Tigiraay keessa atattamaan akka bahan gaafatte

  •  
  •  
  •  
  •  

Yunaayitid Isteet loltoonni Ertiraa hundi naannoo Tigiraay keessaa atattamaan akka bahan cimisitee gaafatti jedhan dubbi himaan Isteet Dippaartment.


  •  
  •  
  •  
  •