Oromia: Magaalaa Calanqootti Balaa Konkolaataatiin Namni 40 Du’ee Jira.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa naannawa magaalaa Calanqotti Maqaa hiriira deeggarsaatiin barattootaa fi namoota nagayaa humnaan konkolaataatti fe’anii gara iddoo hiriiraatti imalchiisaa osoo jiran konkolaataan garagalee lubbuun namoota 40 Olii dabruun himame. Maddeen keenya baha Oromiyaarraa odeessa kana nuuf qoodan akka himanitti magaala calanqoo keessaatti hiriira deeggarsa hoggansa Abiyyii fi Balaaleffannaa Juntaarratti hirmaachuu qabdu jechuun …

Oromia: Magaalaa Calanqootti Balaa Konkolaataatiin Namni 40 Du’ee Jira. Read More »