Month: March 2021

Will Egypt attack Ethiopia? |Mar 31, 2021

  •  
  •  
  •  
  •  

Will Egypt attack Ethiopia? Grand Ethiopia Nile Dam Crisis. No one Can take a drope of Nile Water|Mar 31, 2021


  •  
  •  
  •  
  •  

Sab-Qunnamtii ABO yeroo kan Tahan obbo Batteen Hidhaman.

  •  
  •  
  •  
  •  

Jaal Battee Urgeessaa gaafatamaan Sabqunnamtii ABO fi Jaal Gafarsoo Dabalaa(Wandsaan Abdulqaadir) Konkolaachisaan Waajjira HD ABO har’a waaree booda Jaallan Mana hidhaa Burraayyuu jiran gaafachuu deemanii Achuma Burraayyuu Qajeelcha Poolisii Burraayyuu Cinatti mana kophaatti hidhamaniiru. Ammaaf Jaallan kanneen namni itti siqee gaafachuu hin danda’u. Waan isaan irra gahan kan isin beeksisaa deemnu ta’a.


  •  
  •  
  •  
  •  

Filannoo Ethiopia 2021 irratti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo

  •  
  •  
  •  
  •  

ADDA BILISUMMAA OROMOO                             Filmaata Biyyoolessaa Itophiyaarratti Ibsa ABO  (Bitootessa 8, 2021) Akkuma yaadatamu ABO qabsoo hidhannoo waggoota dheeraaf mootummoota Itophiyaa waliin gochaa ture hagayya 2018 keessa dhaabee gaaffii Oromoo gulantaa haarawaatti jijjiire. Kunis gaaffii Oromoo gulantaa haarawaatti jijjiiruudhan qabsoo karaa Nagaa fi Maree …

Filannoo Ethiopia 2021 irratti Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Read More »


  •  
  •  
  •  
  •