(Amboo) Hiriira Mormii Barattotaaf Qeerroo Magaalaa Amboo

  •  
  •  
  •  
  •  

Barattoonni Mana Barnoota Sad.2ffaa fii Qeerroon Magaalaa Amboo Guyyaa Arraa Hiriira Mormii Jabaa Gaggeeysanii Jiran.

Qeerroo Amboo

Hiriira Kana Irratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo Haqni

Hiriira Kanarratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo “Hanga Haqaa fii Gumaan Art. Hacaaluu bahutti Oromoon Callisee hin taa’u, Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Akka Hiikamanii fii dhaadannoollee biroo jajjabduu dhageeysisanii Jiran.

Leave a Reply/Yaada Qabdan Asitti Barreeysaa