Breaking: 22/05/17 oduu tarkaanfii humna Addaa WBO 

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Guyyaa arraa yeroo ammaa kana basaasticha Mahammed Amiin ykn Habtis jachuun beekkamu dhalataa ona malkaa balloo taheefii yeroo ammaa magaalaa hararitti galee lukkee tika wayyaanee taheefii magaalaa Harar, Awwadaay, baabbilee, Fadisiif Haroomaayaatti bobbahuun dirqama misraq izz irraa itti kennamuun sabboontoota qaroo fii dureeyyii oromoo basaasuun hisiisaafii ajjeesisaa tureefii isin ABOdha jachuun dureeyyoota oromoo doorsisee maallaqa irraa saamaa fii saamsisaa ture yeroo inni karaa mana jireenya isaa araddaa 16tti galaa jiru tarkaanfiin maayyii irratti fudhatamee jira…

Gantummaaf ayyaanlaallattummaan yakka dhiifama hin qabne

Injifannoon Ummata Oromoof!!!!!!

Leave a Reply