Breaking: Waraanni Wayyaannee Barattoota Yuniversitii Haromaayaa irratti Dhukaasuun miidhaa geeysise.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

17/06/2018 Yuniversitii Haroomaayaa yeroo ammaa kana waraanni faashistii wayyaanee barattoota Oromoo Qophii Gumii Aaadaa OromooGAO irratti qooda fudhatanii Ganda Jeyii ja’amtu irraa deebi’an irratti dhukaasuu fii reebuun miidhaa irraan gahanii jiran. haaluma kanaan muddamsuu hamtuun mooraa keeysatti kan uumame tahuu daran barattoonni mooraa keeysa seenuufii bahuunis dhorkaa waan tahaniif haalli jiru baayyee nuyaachisee jira jachuun maddeen Qeerroo yuniversichaa gabaasanii jiru.

Leave a Reply