NEWS/ODUU

We Provide News,Oduu Afaan Oromoo,Articles and Analysis related to Oromia, Eeast Africa and World’s

Ibsa Kongrasii Federaalaa Oromoo(KFO) Irraa Kenname.

  •  
  •  
  •  
  •  

Ibsa Kongrasii Federaalaa Oromoo(KFO) Irraa Kenname.


  •  
  •  
  •  
  •  

(Amboo) Hiriira Mormii Barattotaaf Qeerroo Magaalaa Amboo

  •  
  •  
  •  
  •  

Barattoonni Mana Barnoota Sad.2ffaa fii Qeerroon Magaalaa Amboo Guyyaa Arraa Hiriira Mormii Jabaa Gaggeeysanii Jiran. Qeerroo Amboo Hiriira Kana Irratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo Haqni Hiriira Kanarratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo “Hanga Haqaa fii Gumaan Art. Hacaaluu bahutti Oromoon Callisee hin taa’u, Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Akka Hiikamanii fii dhaadannoollee biroo jajjabduu dhageeysisanii Jiran.


  •  
  •  
  •  
  •  

Oromia: Magaalaa Calanqootti Balaa Konkolaataatiin Namni 40 Du’ee Jira.

  •  
  •  
  •  
  •  

Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa naannawa magaalaa Calanqotti Maqaa hiriira deeggarsaatiin barattootaa fi namoota nagayaa humnaan konkolaataatti fe’anii gara iddoo hiriiraatti imalchiisaa osoo jiran konkolaataan garagalee lubbuun namoota 40 Olii dabruun himame. Maddeen keenya baha Oromiyaarraa odeessa kana nuuf qoodan akka himanitti magaala calanqoo keessaatti hiriira deeggarsa hoggansa Abiyyii fi Balaaleffannaa Juntaarratti hirmaachuu qabdu jechuun …

Oromia: Magaalaa Calanqootti Balaa Konkolaataatiin Namni 40 Du’ee Jira. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Miseensootaaf Hogganoota ABO Koloneel Gammachuu Ayyaanaa’faa

  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa’faa_____Guyyaa har’aa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa dabalatee hidhamtoonni siyaasaa galmee nama maqansaa Kiisii Qixxumaa jedhamuu jala jiran mana Murtii Federaalaatti dhihaachuu Abukaattoon hidhamtoota siyaasaa Oromoo Obbo Tuulii Baayisaa OMN-tti himan. Amajji 5.2013 hanga guyyaa har’aatti Galmee Kiisii Qixxumaa kan Koloneel Gammachuu Ayyaanaa keessatti argaman ilaalchisuun Manni Murtii ragaa dhaggeeffachaa jiraachuu kan himan …

Oolmaa Dhaddachaa Miseensootaaf Hogganoota ABO Koloneel Gammachuu Ayyaanaa’faa Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Hogganoonni ABO Mana Hidhaa Keeysatti Wallaansa Dhoorkamanii Dhukkubaan Dararamaa Jiran.

  •  
  •  
  •  
  •  

Qondaalota ABO hidhaa siyaasaa hidhamanii jiran keessaa, Obbo Kennasaa Ayyaanaafi Obbo Mikaa’el Booran dhukkubsachuun yaala ittifamanii haala Yaaddessaa keessa jiraachuu Abukaatoon hidhamtoota siyaasaa Oromoo beeksise. Abukaatoon hidhamtoota Siyaasaa Oromoo OMN dubbise kun, dhimma hidhamtoota siyaasaa Oromoo Mana Murtii Sabbataatti dhimmisaanii hordofamaa jiruufi waajjira Poolisii magaala Galaanitti hidhamanii jiranii keessaa kan hidhamtoota ja’a (6) ilaalchisuun addatti …

Hogganoonni ABO Mana Hidhaa Keeysatti Wallaansa Dhoorkamanii Dhukkubaan Dararamaa Jiran. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Breaking: Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman.

  •  
  •  
  •  
  •  

Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan. Hogganaa Bobbii Humna Ittisaa Itoophiyaa kan tahan Birgeder Jeneraal Tasfayee Ayyaaleew Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF olaanoon afur ajjeefamuun gariin to’atamuu himan. Oppiresshinii barbaacha hoggantoota TPLF gaggeefamaa jiruun …

Breaking: Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Jawaar Mohaammadii fii Hidhamtoota Oromoo.

  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Jawaar Mohaammadii fii Hidhamtoota Oromoo. Mana Murtii Olaanaa Federaalaa – Dhaddaacha Farra Shororkeessummaa (Haaraya Moggaafame)(Caffee Tumaa – Lidataa) Jawaar Mohaammad faa Namootni diigdamii afran (warra bakka hin jirretti dhimmi isaanii laalamuun alatti) uffata keelloo uffatanii dhiyaatan. Barii waan bahaniif ciree akka hin nyaanne nutti himan. Jawaar goofareen isaa bareedee dheeratee abaaboo fakkaata. Akkuma …

Oolmaa Dhaddachaa Jawaar Mohaammadii fii Hidhamtoota Oromoo. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Naqamtee: Waraanni Mootummaa Xophiyaa Ummata Waaqeeffannaaf Walgahe Irratti Dhukaasuun 5 Ajjeesee Kaaniis Miidhaa irraan Gahee Jira.

  •  
  •  
  •  
  •  

Waraanni Mootummaa Gaafa 1/1/2021 Ummata Waaqeeffannaaf Walgahe irratti dhukaasuun Nama 5 Ajjeesuun 20 Caalaa madeeysuun Miidhaa irraan gahee jira. “Har’a barii tilmaamaan Naannoo sa’a 10 fi 11 gidduu Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti kan argamu Waldaa Araara Waaqayyoo jedhamu fuulduratti, miseensota waldichatti seenuuf hiriiranii jiranirratti dhukaasa Poolisiin Humna Addaa Oromiyaa baneen namoota 7 olitti tilmaaman irra miidhaan …

Naqamtee: Waraanni Mootummaa Xophiyaa Ummata Waaqeeffannaaf Walgahe Irratti Dhukaasuun 5 Ajjeesee Kaaniis Miidhaa irraan Gahee Jira. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Walaba Gad-lakkise Ammallee Harka Poolsiii Jiru

  •  
  •  
  •  
  •  

FINFINNEE — Mudde 16 bara 2013 manni murtii waliigala Oromiyaa qondaaltota siyaasaa, kan Adda Bilisummaa Oromoo obbo Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa walaba taasisuun gadi lakkisee ture. Haa ta’u malee poliisiin ajaja mana murtii fudhachuu waandideef namoonni kun mana hidhaa Aanaa Sabbataa Hawaasitti argamu jedhan Abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baay’isaa. Gorsaan seeraa fi abukaatoon namoota …

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Walaba Gad-lakkise Ammallee Harka Poolsiii Jiru Read More »


  •  
  •  
  •  
  •