ODUU/NEWS

HD ABO ob. Dawud Ibsaa Wajjiin Haala Hidhamtoota Siyaasaa fii Biyyaa

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

(Amboo) Hiriira Mormii Barattotaaf Qeerroo Magaalaa Amboo

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Barattoonni Mana Barnoota Sad.2ffaa fii Qeerroon Magaalaa Amboo Guyyaa Arraa Hiriira Mormii Jabaa Gaggeeysanii Jiran. Qeerroo Amboo Hiriira Kana Irratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo Haqni Hiriira Kanarratti Qeerroo fii Qarreen Dhaadannoo “Hanga Haqaa fii Gumaan Art. Hacaaluu bahutti Oromoon Callisee hin taa’u, Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo Akka Hiikamanii fii dhaadannoollee biroo jajjabduu dhageeysisanii Jiran.

Oromia: Magaalaa Calanqootti Balaa Konkolaataatiin Namni 40 Du’ee Jira.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa naannawa magaalaa Calanqotti Maqaa hiriira deeggarsaatiin barattootaa fi namoota nagayaa humnaan konkolaataatti fe’anii gara iddoo hiriiraatti imalchiisaa osoo jiran konkolaataan garagalee lubbuun namoota 40 Olii dabruun himame. Maddeen keenya baha Oromiyaarraa odeessa kana nuuf qoodan akka himanitti magaala calanqoo keessaatti hiriira deeggarsa hoggansa Abiyyii fi Balaaleffannaa Juntaarratti hirmaachuu qabdu jechuun …

Oromia: Magaalaa Calanqootti Balaa Konkolaataatiin Namni 40 Du’ee Jira. Read More »

Hogganoonni ABO Hidhaa Jiran Seer-Alummaa Hidhaa Mormuun Lagannaa Nyaataa Irra Jiran.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Hogganoonni ABO Hidhaa Jiran Seer-Alummaa Hidhaa Mormuun Lagannaa Nyaataa Irra Jiran. J/Mikaa’e Booran fi J/Kennasaa  Ayyaanaa, har’a ganama irraa eegalee nyaataa lagatanii jiru.Sababni nyaata lagachuuf isaan dirqisiise, mirgi namummaa isaanii sarbamee, hidhaa seeran alaa jala jiraachuu isaaniti. Manni murtii irra deddeebi’ee akka hiikaman ajajus, ajajni mana murtii kabajaa dhabee, olaantummaan seeraa cabee, poolisiin akka hiikamne …

Hogganoonni ABO Hidhaa Jiran Seer-Alummaa Hidhaa Mormuun Lagannaa Nyaataa Irra Jiran. Read More »

Breaking: Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo hidhaa Qaalliittii jiran diddaa nyaata lagachuu eegaluu isaanii maatiin Gabaasan

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

(OMN)-Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo mana hidhaa qaalliittii jiran diddaa nyaata lagachuu eegaluu isaanii maatiin OMN-tti himan. Amajji 20 bara 2013 hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo mana hidhaa Qaallittii keessa jiran, diddaa nyaata lagachuu akka eegalan maatiin isaanii nyaata qabatanii garas imalanii turan, hidhamtoonni kunniin nyaata harkaa fudhachuu diduu isaanii waliin OMN-tti himaniiru. Kaayyoon lagannaa nyaataa kunis, hirmaattota dhaddacha …

Breaking: Hidhamtoonni Siyaasaa Oromoo hidhaa Qaalliittii jiran diddaa nyaata lagachuu eegaluu isaanii maatiin Gabaasan Read More »

Lola Tigiraay: US loltoonni Ertiraa Tigiraay keessa atattamaan akka bahan gaafatte

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Yunaayitid Isteet loltoonni Ertiraa hundi naannoo Tigiraay keessaa atattamaan akka bahan cimisitee gaafatti jedhan dubbi himaan Isteet Dippaartment. Ibsa Isteet Dippaartment addatti BBC’f ergee, “Qaamolee Tigiraay keessa socho’aniin da’oo baqattootaa keessatti saamichi, miidhaan saalarratti hunda’eefi sarbamni mirgoota namoomaa biroofi dararaan jirachuu gabaasaaleen qabatamaan jiru,” jedheera. Dabalataanis, waajjirichi ibsa isaa kanaan ‘loltoonni Ertiraa hunduu Tigiraay keessaa …

Lola Tigiraay: US loltoonni Ertiraa Tigiraay keessa atattamaan akka bahan gaafatte Read More »

Seenaa Gabaabduu Obbo Mahdii Haamid Muudee(Abbaa Bariisaa)

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

SEENAA GABAADUU MAHDII HAAMID MUUDEE (ABBAA BARIISAA) Amajjii 23, 2021 Abbaa Urjii tiin: Ulaagaa maalummaa saba tokkoo beeysisanif afaanii fii aadaan bu’ura. Gama biraa tiin, afaan utubaa sabaa ti. Yo inni jiraate sabni jiraata. Inni duunaan akkuma yaroo utubaan caphu manni diigamutti, sabni niis dhabame. Minilikii fii Habashoonni biyya inni dirqiin haqaare-rratti abbooman warra haala …

Seenaa Gabaabduu Obbo Mahdii Haamid Muudee(Abbaa Bariisaa) Read More »

Waajjiraalee ABO cufaman Keeysaa Hanga Tokko.

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Waajjiraalee ABO cufaman irra deebiin kan maxxansine:Arsii Lixaa 1. Magaalaa Asallaa2. Itayyaa3. Saaguree4. Qarsaa5. Doddotaa Magaalaa Dheeraa6. Heexosaa7. Xichoo8. Leemmuu fi Bilbiloo Magaalaa Boqqojjii9. Muunessaa10. Sirkaa11. Balee Gasgaar Arsii Lixaa Shaashamannee 1. Shaashamannee2. Nageellee Arsii3. Kofale4. Qoree5. Nansabo/Warqaa6. Kokkossa7. Gadab Hasaasaa8. Dodola9. Adaabbaa Godina Baalee Bahaa 1. Gindhiir Magaalaa Gindhiir2. Jaarraa Godina Baalee Dhihaa 1. …

Waajjiraalee ABO cufaman Keeysaa Hanga Tokko. Read More »