Dargaggoonni Oromoo Magaalaa Naqamtee Loltoota TPLFn Qabamanii Hiraarfamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase. — QEERROO

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Fulbaana 26,2016 Suuraan dargaggoo kanaan gadiitti argitan kun Maqaan isaa Abubakar Nuuree jedhama. Dhalatee kaninni guddates magaalaa Naqamtee keessaa naannoo Dargee bakka jedhamu yoo ta’u sababii Oromoo ta’e duwwaaf magaalaa Naqamtee keessaa hojii isaa idilee hojjechaa utuu jiru poolisoonni Oromiyaan TPLF f ergamanii fi deeninnatiidhaan qabamee erga qabameen boodas reebamaa fi lafarra harkifamaa bakka hojiisaatii […]

via Dargaggoonni Oromoo Magaalaa Naqamtee Loltoota TPLFn Qabamanii Hiraarfamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase. — QEERROO

Leave a Reply