Godina Arsii Bakkoota Gara Garaa Keessatti Diddaan Ummataa Jabinaa Itti Fufe,Waraanni Agaazii(TPLF)s Ummata Nagaa Goolaa Jira. — QEERROO

Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  
  •  

Fulbaana 27,2016,Godina Arsii aanaa Doddotaa magaalaa siree keessatti Qeerron Daandii cufee Wallee warraaqsaa Eebisaa Adunyaatin garmaamaa jira. Kanuma waliin Arsii aanaa Diksiis Hamdaa magaalaa Diksiis keessatti kaabinootni OPDO ummata dararaa turan ammas gocha isaanii kana kan durii caalatti cichanii dalagaa jiraachuu fi miseensota ABO fi OPDO jechuun addaan baasanii namoota miseensota ABO ti jedhanii shakkan […]

via Godina Arsii Bakkoota Gara Garaa Keessatti Diddaan Ummataa Jabinaa Itti Fufe,Waraanni Agaazii(TPLF)s Ummata Nagaa Goolaa Jira. — QEERROO

Leave a Reply