(ICG) – “Mariin biyyooleessaa furmaata rakkoo siyaasa Itoophiyaa ammaati!” Jedhe International Crisis Group.

  •  
  •  
  •  
  •  

Mariin biyyooleessaa furmaata rakkoo siyaasa Itoophiyaa ammaati!” Jedhe International Crisis Group


  •  
  •  
  •  
  •  

Ethiopia’s Oromia conflict: Why a teacher was killed ‘execution-style’

  •  
  •  
  •  
  •  

Ethiopia’s Oromia conflict: Why a teacher was killed ‘execution-style’ IMAGE COPYRIGHTKITILAA GUDDATA The shooting dead of Kitilaa Guddata has left his family in shock. The 32-year-old high school teacher was among the latest casualties in the conflict between government forces and rebels in Ethiopia’s Oromia region. The violence centres around demands by an insurgent group …

Ethiopia’s Oromia conflict: Why a teacher was killed ‘execution-style’ Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Miseensootaaf Hogganoota ABO Koloneel Gammachuu Ayyaanaa’faa

  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa’faa_____Guyyaa har’aa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa dabalatee hidhamtoonni siyaasaa galmee nama maqansaa Kiisii Qixxumaa jedhamuu jala jiran mana Murtii Federaalaatti dhihaachuu Abukaattoon hidhamtoota siyaasaa Oromoo Obbo Tuulii Baayisaa OMN-tti himan. Amajji 5.2013 hanga guyyaa har’aatti Galmee Kiisii Qixxumaa kan Koloneel Gammachuu Ayyaanaa keessatti argaman ilaalchisuun Manni Murtii ragaa dhaggeeffachaa jiraachuu kan himan …

Oolmaa Dhaddachaa Miseensootaaf Hogganoota ABO Koloneel Gammachuu Ayyaanaa’faa Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Ethiopia should learn to settle political disputes with OLF for a greater good of the country!

  •  
  •  
  •  
  •  

Ethiopia should learn to settle political disputes with OLF for a greater good of the country! By Henok G. Gabisa 1. In 1992, TPLF pushed OLF out of transition. The next 27+ years, TPLF ruled Ethiopia by keeping the Oromo and OLF at bay. The social and political discontent piled up and culminated in the …

Ethiopia should learn to settle political disputes with OLF for a greater good of the country! Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

UPDATED: Egypt’s Sisi discusses Ethiopia border dispute, GERD with Sudanese delegation

  •  
  •  
  •  
  •  

UPDATED: Egypt’s Sisi discusses Ethiopia border dispute, GERD with Sudanese delegation  Egypt’s President Abdel Fattah El-Sisi with the Sudanese delegation in Cairo on Thursday Egypt’s President Abdel-Fattah El-Sisi discussed on Thursday the latest developments in bilateral relations with a Sudanese delegation led by Sudan’s ruling Sovereign Council member Shamseldin Kabashi, the Egyptian presidency announced.El-Sisi …

UPDATED: Egypt’s Sisi discusses Ethiopia border dispute, GERD with Sudanese delegation Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

(UNHCR)- Statement on the situation of Eritrean refugees in Ethiopia’s Tigray region.

  •  
  •  
  •  
  •  

Statement on the situation of Eritrean refugees in Ethiopia’s Tigray region By Filippo Grandi, UN High Commissioner for Refugees  |  14 January 2021   |  Français I remain extremely troubled by the humanitarian situation in the Tigray region of Ethiopia and its impact on civilians, in particular Eritrean refugees hosted in the region.We have recently seen some positive developments, working …

(UNHCR)- Statement on the situation of Eritrean refugees in Ethiopia’s Tigray region. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Hogganoonni ABO Mana Hidhaa Keeysatti Wallaansa Dhoorkamanii Dhukkubaan Dararamaa Jiran.

  •  
  •  
  •  
  •  

Qondaalota ABO hidhaa siyaasaa hidhamanii jiran keessaa, Obbo Kennasaa Ayyaanaafi Obbo Mikaa’el Booran dhukkubsachuun yaala ittifamanii haala Yaaddessaa keessa jiraachuu Abukaatoon hidhamtoota siyaasaa Oromoo beeksise. Abukaatoon hidhamtoota Siyaasaa Oromoo OMN dubbise kun, dhimma hidhamtoota siyaasaa Oromoo Mana Murtii Sabbataatti dhimmisaanii hordofamaa jiruufi waajjira Poolisii magaala Galaanitti hidhamanii jiranii keessaa kan hidhamtoota ja’a (6) ilaalchisuun addatti …

Hogganoonni ABO Mana Hidhaa Keeysatti Wallaansa Dhoorkamanii Dhukkubaan Dararamaa Jiran. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Breaking: Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman.

  •  
  •  
  •  
  •  

Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan. Hogganaa Bobbii Humna Ittisaa Itoophiyaa kan tahan Birgeder Jeneraal Tasfayee Ayyaaleew Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF olaanoon afur ajjeefamuun gariin to’atamuu himan. Oppiresshinii barbaacha hoggantoota TPLF gaggeefamaa jiruun …

Breaking: Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefaman. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Jawaar Mohaammadii fii Hidhamtoota Oromoo.

  •  
  •  
  •  
  •  

Oolmaa Dhaddachaa Jawaar Mohaammadii fii Hidhamtoota Oromoo. Mana Murtii Olaanaa Federaalaa – Dhaddaacha Farra Shororkeessummaa (Haaraya Moggaafame)(Caffee Tumaa – Lidataa) Jawaar Mohaammad faa Namootni diigdamii afran (warra bakka hin jirretti dhimmi isaanii laalamuun alatti) uffata keelloo uffatanii dhiyaatan. Barii waan bahaniif ciree akka hin nyaanne nutti himan. Jawaar goofareen isaa bareedee dheeratee abaaboo fakkaata. Akkuma …

Oolmaa Dhaddachaa Jawaar Mohaammadii fii Hidhamtoota Oromoo. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Hidha haaromsaa፡ Sudaan marii dhimma hidha haaromsaarratti waliigaluu didde

  •  
  •  
  •  
  •  

Mariin Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan dhimma Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaarratti gaggeessaa jiran dhuma torbee darbees kan itti fufee ture yoo ta’u, marii kana ammas itti fufsiisuuf yaada dhiyaaterratti Sudaan waliigaluu didde. Marii kana itti fufsiiuuf akka isaan gargaaruuf biyyoonni kunneen ogeeyyii Gamtaa Afriikaan bakka buufaman waliin erga mari’atanii booda, bu’aa marichaa Dura taa’aa Mana Maree …

Hidha haaromsaa፡ Sudaan marii dhimma hidha haaromsaarratti waliigaluu didde Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

UNESCOn bara 2016 Gadaa Oromoo qarooma addunyan irraa barattu jettee mirkansite gaafasi asi Gadaan biyya keessaa fi alaatti hagam beekamte?

  •  
  •  
  •  
  •  

UNESCOn bara 2016 Gadaa Oromoo qarooma addunyan irraa barattu jettee mirkansite gaafasi asi Gadaan biyya keessaa fi alaatti hagam beekamte? Amajjii 10, 2021 Soraa Halakee WASHINGTON,DC —   EMBED SHARE UNESCOn bara 2016 keessa Gadaa Oromoo qarooma addunyaa jettee mirkanste gaafasii asi guyyaa kana guyyuma guyyaan ulfeessuutti jiran Gadaan qarooma Oromoon ganna hedduun duratti ufiin bulchaa,waliin gargaaraa …

UNESCOn bara 2016 Gadaa Oromoo qarooma addunyan irraa barattu jettee mirkansite gaafasi asi Gadaan biyya keessaa fi alaatti hagam beekamte? Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Rakkoo siyaasa biyyi keenya keessatti kufte furuufis ta’e, filannoo wayyabaafi diimokiraasii geggeessuuf waltajjii Siyaasaa ballissuun dirqama

  •  
  •  
  •  
  •  

Rakkoo siyaasa biyyi keenya keessatti kufte furuufis ta’e, filannoo wayyabaafi diimokiraasii geggeessuuf waltajjii Siyaasaa ballissuun dirqama jechuun KFO’n ibsa haala yeroo ilaalchisuun Amajji 9. 2021 baasee keessatti ibsee jira. Ibsa kana keessatti, Paartiin Koongirensii Federaalawaa Oromoo hundeeffama isaarraa eegaluun, ce’umsa diimokiraasii milkeessuuf akkasumas ammoo rakkoo siyaasaa furuudhaaf waliin dubbachuu, mariyaachuufi karaa nagaatiin socho’uutti kan amanu …

Rakkoo siyaasa biyyi keenya keessatti kufte furuufis ta’e, filannoo wayyabaafi diimokiraasii geggeessuuf waltajjii Siyaasaa ballissuun dirqama Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Abbootiin Irree Dabaree Hogganoota TPLF Tohataman Irraa Barachuu Qaban.

  •  
  •  
  •  
  •  

Tooyannoo jala ooflamuun Hoggantoota fi qondaaltota TPLF gameeyyii marsaalee hawaasummaa irratti oduu ijoo tahe. Hogganaa kutaa duulaa waraanaa Itoophiyaa Birgaader jeneraal Tasfaayeee Ayyaalew ibsa amma dura kennan keessatti hoggantoonni TPLF ol’aanoo 4 ajjeefamuu fi kanneen biraa 9 booji’amuu dubbatanii turan. Hundeessaa fi hogganaan Adda Bilisabaasa Ummata Tigraay obbo Sibahaat Naggaa warreen tooyannoo jala oolfamanii fi …

Abbootiin Irree Dabaree Hogganoota TPLF Tohataman Irraa Barachuu Qaban. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

(HRW) – Dhiittaan Mirgaa Tigraay Keeysaatti Hojjatame Akka Qoratamu Gaafate.

  •  
  •  
  •  
  •  

Dhiittaa Mirga Namoomaa Tigraay Keessa Jira Jedhamu Akka Qoratamuuf Mootummaan Itiyoophiyaa Gaafanna: Hiyumaan Raaytis Waach Yaadawwan IlaaliWAASHINGITAN, DIISII —  Bulchiinsa Naannoo Tigraay keessatti dhiittaa mirga namoomaa jira jedhamu kan ilaaleen qorannaan Tokkummaa mootummootaan hogganamuu akka gaggeeffamuuf mootummaan Itiyoophiyaa akka ehamuuf garee mirga dhala namaaf falmuu Hiyumaan Raaytis Waach jedhamuuf Daayreekteera Gaanfa Afrikaa kan ta’an Latiishaa …

(HRW) – Dhiittaan Mirgaa Tigraay Keeysaatti Hojjatame Akka Qoratamu Gaafate. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Trump’s accounts have been locked indefinitely.

  •  
  •  
  •  
  •  

Facebook bans Trump from posting for remainder of his term in office By Brian Fung, CNNUpdated 1658 GMT (0058 HKT) January 7, 2021  Facebook blocks Trump through end of presidency 01:38 (CNN)Facebook will ban President Donald Trump’s account from posting for at least the remainder of his term in office and perhaps “indefinitely,” CEO Mark Zuckerberg …

Trump’s accounts have been locked indefinitely. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Ethiopian general admits Eritrean troops entered Tigray

  •  
  •  
  •  
  •  

AFP A top-ranking member of Ethiopia’s army confirmed that troops from neighbouring Eritrea entered the northern Tigray region during the conflict there, in a video seen by AFP on Wednesday. Ethiopia’s federal government has long denied persistent claims that Eritrean troops were in Tigray, where Prime Minister Abiy Ahmed launched a military offensive against dissident …

Ethiopian general admits Eritrean troops entered Tigray Read More »


  •  
  •  
  •  
  •