Yaamicha Walgahii Marii Hawaasaa ABO

  •  
  •  
  •  
  •  

Waamicha Walgahii Hawwaasa Oromoo Maraaf! Mata-duree ‘Tarsiimoo fi Roadmap ABOn Kaayyoo QBO Galmaan Ga’uuf Dhi’eesse’ irraatti Konyaan ABO Washington, D.C. gorsaa ol-aanaa ABO fi qondaalota ABO biroo hafeeruun uummataaf ibsaa akka kennaniif toora Zoomidhan qophii isaa xumuratee jira. Hawwaasi keenya naannoo DMV fi addunyaa irra jirtan carraa kanaan sagantaa kanatti akka qooda fudhattan hafeeramtanii jirtu. …

Yaamicha Walgahii Marii Hawaasaa ABO Read More »


  •  
  •  
  •  
  •  

Ummatoota ollaa Saba Oromoo irratti kakaasuun umrii bittaa ADWUI ni gabaabsa malee hin dheeressu.

  •  
  •  
  •  
  •  

(Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Waxabajjii 14, 2018) Mootummaan Itoophiyaa ADWUItiin durfamu har’as akkuma kaleessaa ummatoota ollaa Oromiyaa fi lammiiwwan saboota biroo Oromiyaa keessa jiraatan saba Oromoo irratti kakaasuu fi hidhachiisanii itti duulchisuu bal’inaan itti fufee jira. Weerarri dhihoo kana godina Harargee kallattii, Cinaaqsan, Mi’eessoo fi Godina Baaleetiin Oromiyaa irratti baname kanuma mul’isa. Waraanni Wayyaanee fi …

Ummatoota ollaa Saba Oromoo irratti kakaasuun umrii bittaa ADWUI ni gabaabsa malee hin dheeressu. Read More »


  •  
  •  
  •  
  •