Ibsa abo | Ummatoota ollaa Oromoo irratti kakaasuun umrii ADWUI ni gabaabsa

Faajjii Adda Bilisummaa Oromoo
SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •  

IBSA ABO | UMMATOOTA OLLAA OROMOO IRRATTI KAKAASUUN UMRII ADWUI NI GABAABSA

WBO’n Tarkaanfii laaleessituu diina irratti fudhatuu jabeeysee Itti fufaa jira.

SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •  

SHARE THIS/QOODI     Sagalee Bilisummaa Oromoo Godina Wallaggaa Lixaa Ona Mana Sibuu Mandii bakka Gaara waraabessaa jedhamutti humin Diinaa WBO barbaanna jechuun bobbaate irratti WBOn tarkaanfii fudhatee kanneen madaahan Hospitaala Mandii galuu jaraa oduun amma nu gahe ibseera.bal’ina oduu kanaa qabannee waltti deebina.

hawwisoo WBO

SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •  

SHARE THIS/QOODI