Sab-Qunnamtii ABO yeroo kan Tahan obbo Batteen Hidhaman.

  •  
  •  
  •  
  •  

Jaal Battee Urgeessaa gaafatamaan Sabqunnamtii ABO fi Jaal Gafarsoo Dabalaa(Wandsaan Abdulqaadir) Konkolaachisaan Waajjira HD ABO har’a waaree booda Jaallan Mana hidhaa Burraayyuu jiran gaafachuu deemanii Achuma Burraayyuu Qajeelcha Poolisii Burraayyuu Cinatti mana kophaatti hidhamaniiru.

Ammaaf Jaallan kanneen namni itti siqee gaafachuu hin danda’u. Waan isaan irra gahan kan isin beeksisaa deemnu ta’a.


  •  
  •  
  •  
  •  

Leave a Reply/Yaada Qabdan Asitti Barreeysaa