Shiirri Maqaa Boordii Filannootiin Dhimma ABO Keeysa Galuun Dalagamuuf Xaxame Gonkuma Fudhatama hin Qabu

Oromsiis
Share/Qoodi
  •  
  •  
  •  

Shiirri Maqaa Boordii Filannootiin Dhimma ABO Keeysa Galuun Dalagamuuf Xaxame Gonkuma Fudhatama hin Qabu

Tarii Bordiin Filannoo Yoo ABO Gargaaruuf tahe Rakkoo ABO Dhaabaa fii Ummata Oromoof dhiisee hujii isaa kan tahe Hogganoota ABO Badii tokko malee mana hidhaatti dararamaa jiran akka hiikaman godhuu qaba.

  Yoo kun tahuu baate ammoo haala Rakkisaa Sadarkaa MGS ABO Hunda ja’amuu dandayamutti hidhaa jiranitti Shirri maqaa Bordii filannootiin HD ABO Jaal Dawud Ibsaa Kophatti baasuun dalagamuuf deemaa jiru Ummanni oromoo fii miseensoonni ABO Dammaqinaan waan hordofaa jiruuf gonkuma fudhatama hin qabu.

Leave a Reply

Next Post

Seeraaf heerri cabee hokkolaa wayiita jirutti murtii dogoggoraa

Share/Qoodi   Seeraaf heerri cabee hokkolaa wayiita jirutti murtii dogoggoraa Qalbeessaa Dhangi’aatiin Rakkoon guddaan dambali’ee dhangala’uun wayiita biyyattii impaayera Itoophiyaa liqimsee jiru keessatti argamna. Qaama Seeraaf Heera […]

Subscribe US Now