16/10/2016 Warraanni Bilisummaa oromoo zoonii kibbaa tarkaanfii waraana qubattuu wayyaanee Irrattu fudhatu cimsee itti fufaa jira.
akka kanaan lafa bobbaa isaa baballisuun guyyaa arraa Goodina Boranaa bakka ganda Golole ja’amtutti waraana diinaa haleeluun Injifannoo callaqqiftuu gonfatee jira
ballina odeeysa kanaa akkuma nugaheen isin biraan geenya
Yero gara gara tarrkanfi WBO dinaa irrati fudhatuu ni dhageena garuu ummani amannta irra hin qabuu soba jedha ABO ummata irra amannta defachudhaf malif warana dina tokkoyu malif hin taane evidence ykn ragaa wajjin hin maxannsinee 21st century kessa jiraa mitii?
Pleas gaafin kun gafii ummata wan taheef deebi itti ladha