WBO’n Tarkaanfii laaleessituu diina irratti fudhatuu jabeeysee Itti fufaa jira.

SHARE THIS/QOODI
  •  
  •  
  •  
  •  
  Sagalee Bilisummaa Oromoo   

Godina Wallaggaa Lixaa Ona Mana Sibuu Mandii bakka Gaara waraabessaa jedhamutti humin Diinaa WBO barbaanna jechuun bobbaate irratti WBOn tarkaanfii fudhatee kanneen madaahan Hospitaala Mandii galuu jaraa oduun amma nu gahe ibseera.bal’ina oduu kanaa qabannee waltti deebina.

Leave a Reply/Yaada Qabdan Asitti Barreeysaa