Yaamicha Walgahii Marii Hawaasaa ABO

Waamicha Walgahii Hawwaasa Oromoo Maraaf!

Mata-duree ‘Tarsiimoo fi Roadmap ABOn Kaayyoo QBO Galmaan Ga’uuf Dhi’eesse’ irraatti Konyaan ABO Washington, D.C. gorsaa ol-aanaa ABO fi qondaalota ABO biroo hafeeruun uummataaf ibsaa akka kennaniif toora Zoomidhan qophii isaa xumuratee jira.

Hawwaasi keenya naannoo DMV fi addunyaa irra jirtan carraa kanaan sagantaa kanatti akka qooda fudhattan hafeeramtanii jirtu.

Gargaarsii fi deggersi keessan ABO kaayyoo ganamaatti ciichee jiru waalin hanga dhumaatti akka ta’u jabeessinee dhammaanna!

Keessummooti dubbatan:

1.J/Dr. Shuggux Galataa – Gorsaa ol-aanaa ABO,

  1. J/Billoo Garbii – MGS ABO,
  2. J/Faxansaa Hayiluu – Gaafatamaa waajjira ABO I/Abbaa Booraa.

Guyyaa: Sanbata/Saturday, Fulbaana 26, 2020.

Sa’atii: 3:00w.b./pm

Toora Zoom dhaan

Konyaa ABO Washington, D.C.

Gaaffii fi yaada yoo qabaattaniif:

+1 (202) 705-6585
+1 (443) 851-3952

Leave a Reply